1st quarter of 2015 YNO report was held.
Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa barattootaa damee garagaraan sagantaa Idilee,galgalaa,torbee fi sagantaa fagootiin barsiisaa ture kuma 3 fi 560 ol eebbiseera.Eebbifamtoota kanneen keessa barattoonni seeraa walta'iinsa Vrje University of Amsterdam fi Yuunvarsitii Naannoo Oromiyaan Barachaa turan jiraachuun akkasumas dipplomaatonniifi ambaasaaddaroonni biyyoota gara garaa irratti argamuun isaanii eebba bara kanaa isa yeroo darbee irraa adda isa taasisa.Sirna Eebbaa irratti argamuun haasaa eebb
YNO Worabe University wajjiin dhimmoota barnootaa,qorannoo waloofi walitti hidhamiinsa saba Silxeef Oromoo cimsuu irratti Waliin hojjachuuf jiila Yuunvarsitii Woraabeetti Itti Aanaa Presidaantii dhimmoota Akkaadaamiksii Dr Mohammad Awwal'n durfamu simachuun marii bal'aa taasisaniiru.
No front page content has been created yet.
OSU MAPs | ABOUT REGISTRAR | CONTACT US | FOLLOWS US | VISITOR COUNTER |
---|---|---|---|---|
/ |
Tel:+251461410540 |
|
||
Programmes | P.O.Box: 209(Batu) | ![]() |
||
Admission |
Website:-www.osu.edu.et |
|||
Tuition Fee | mail:osuwebmaster@osu.edu.et | |||
Academic Calendar | Fax:+25146 141 2188 |
|
||
Contact Registrar Office | Email: osupr2018@gmail.com |
![]() |
Oromia State University © 2021| www.osu.edu.et