Skip to content Skip to navigation

Yuunvarsiitiin Naannoo Oromiyaa daa'imman maatiin humna isaaniitiin barsiisuu hin dandeenye barsiisaa kan jiru yoo ta'u,barnoota sadarkaa gadi aanaa irraa hanga Yuunvarsiititti Barsiisuuf waadaa galee daa'imman 60 ta'an barsiisaa kan jiru YNOn, bara barnootaa 2015 kanatti meeshaalee barnootaaf ta'u daa'imman kanaaf guyyaa hardhaa kennee jira.Rakkoo adda addaatiin kan ka'en daa'imman carraa barnootaa dhaban akka baratan gargaaruun hojii misoomaa keessaa isa tokko kan jedhan Pireezidaantiin Yuunvarsiitii Naannoo Oromiyaa Dr. Gaarramuu Hulluuqaa,daa'imman hardha gargaaramaa jiran boru bulchaa biyyaa ta'uu danda'an waan ta'eef hordoffii fi deeggarsi gama YNO'n taasifamuuf akka addaan hin cinne Dr. Gaarramuu'n hubachiisaniiru.Yuunvarsiitichi barattoota 4 sadarkaa tokkoffaa hanga Yuunvarsiitiitti gahan yeroo ammaa barsiisaa jira.

Undefined
upcoming events: 

Yuunvarsiitiin Naannoo Oromiyaa daa'imman maatii harka qalleeyyii ta'an barsiisaa jiruuf meeshaalee barnootaa kenne. Fulbaana 11/2015

x

Error message

Deprecated function: Required parameter $langcode follows optional parameter $path in include_once() (line 1439 of /home3/osuethio/public_html/includes/bootstrap.inc).