Skip to content Skip to navigation

Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa hojiiwwaan isaa hammayeessuuf sochii taasisaa jiru keessaa tokkoo kan tahe moosaajii Sirna Bulchiinsaa Qabeenyaa( Property Management System) fi Moosaajii Sirna Bulchiinsaa Odeeffannoo Barattootaa ( Student Information Management System) hojiirra oolcheera. Sagantaa hojii jalqabsiisuu kana irrattis hoggantoonni fi Ogeeyyin Yuunivarsiiti Naannoo Oromiyaa fi Abbaa Taayitaa Saayinsii, Teeknooloojii fi Qunnamtii Odeeffannoo argamaniiru.

Oromia State University (OSU) has launched two softwares namely: Property Managemnt System (PMS) and Student Information Management System (SIMS) as part of automating and supporting its activities with state of arts technology .

English

Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa hojiiwwaan isaa hammayeessuuf sochii taasisaa jiru

x

Error message

Deprecated function: Required parameter $langcode follows optional parameter $path in include_once() (line 1439 of /home3/osuethio/public_html/includes/bootstrap.inc).