Skip to content Skip to navigation

Marii gaggeeffame kana irratti hogantoonni, ogeeyyiin akkadamksii fi hojjattoonni deeggarsa kan hirmaatan yemmuu tahu deeggarsa irraa eegamu hundaa bahuudhaaf qophii ta'uu isaanii ibsaniiru.Dhumarrattis,raayyaa ittisa biyyaatiif mindaa isaaniirra gumaachuuf waadaa galaniiru.

English
upcoming events: 

Hojjatoonni Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa haala yeroo irratti marii gaggeessan. Guyyaa 07/13/2013