Skip to content Skip to navigation

Kaayyoon leenjii kana humana raawwachiisummaa Gaggeessitootaafi Ogeessotaa cimsuun jiruuf jireenya Horsiisee bulaa fooyyessuu yootahu leenjichi mataduree shana irratti kan xiyyeefateedha.

Isaanis:- Mala Qorannoof qu’annoo ‘Applied research methodology’’, tooftaa jiruuf jireenyi Horsiisee Bulaa ittiin fooyyahu, Too’annoo Saaxilamummaa Balaa ‘Disaster risk mgt.’  Istaandaardii kenna tajaajilaa,  ‘public sector reform’ yoota’u,  Leenjifamtoonni hoggantoota, Ogeessootaa, Naannoo Godinaalee fi Aanaalee adda addaa Oromiyaa irraa akka hirmaatan hubatammeera.

Leenjichi Oomishaa fi Oomishitummaa Qonnaa akkasumas Kunuunsa Beelladaa irratti hojiin hojjatamuufi balaawwan Uumamaafi Namtolchee too’achuun Saaxilamummaa Uummata keenyaa xinneessuf hambisuu akka danda’amu kan itti amanamu ta’ee fuulduras Komishinichi Yuunivarsiitii Naannoo Oromiiyaa waliin ta’uun hojii baldhaa hojjachuuf akka karoorfamaa jiru hubatameera.

KOminikeeshinii YNO irraa  

English

Komishiinii Qindeessaa Misooma Naannoo Horsiisee Bulaa Oromiyaa fi Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa Waliin ta’uu dhaan Leenjii hoggantootaaf Ogeessotaaf Sadaasa 10-15/2012ttiti magaalaa Baatuutti Mooraa Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaattiti kennaniiru.

x

Error message

Deprecated function: Required parameter $langcode follows optional parameter $path in include_once() (line 1439 of /home3/osuethio/public_html/includes/bootstrap.inc).