Skip to content Skip to navigation

BEEKSISA

Beeksisa

Barattoota Yunivarsiitii Naannoo Oromiyaa digirii 1ffaa fi 2ffaa barnoota xumurtanii osoo hin eebbifamin turtan maraaf.

Sababa tatamsa’ina dhibee Koronaatiin eebba bara 2012 gaggeeffamuu ture gara bara 2013 kana keessatti akka ceehu taasifameera.

Kanaaf eebbi keessan Amajjii 22 bara 2013 kaampaasii Muummicha Magaalaa Baatuutti argamutti ganama sa’aatii 2:30 irraa eegalee kan gaggeeffamu ta’uu isin beeksifinna.

Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa (YNO)

ማስታወቂያ

ለኦሮሚያ ስቴት ዩኒቨርሲቲ የሁለተኛና መጀመሪያ ድግሪ ተመራቂ ተማሪዎች በሙሉ፡፡

በኮቪድ ወረርሽኝ ምክኒያት በ2012 ዓ/ም መመረቅ የነበረባችሁ ወደ 2013 ዓ/ም መዘዋወሩ የሚታወስ ነዉ፡፡

በመሆኑም ምርቃታችሁ ጥር 22/2013 ዓ/ም ባቱ ከተማ በሚገኘዉ ዋናዉ ካምፓስ ከጠዋቱ 2፡30 ጀምሮ የሚከናወን መሆኑን እናስታዉቃለን፡፡

የኦሮሚያ ስቴት ዩኒቨርሲቲ

  

 Beeksisa

Announcements

x

Error message

Deprecated function: Required parameter $langcode follows optional parameter $path in include_once() (line 1439 of /home3/osuethio/public_html/includes/bootstrap.inc).